SPORT
-
Kirstaanoo Roonaldoo
Kiristaanoo Ronaaldoo kilabni isaa Maanchestar Yunaatid ‘na ganeera’ jechuun, dabni irratti hojjatamaa jiru dhiibamee akkka bahu gochaa jiraachuu himate. Ronaaldon ji’a Hagayyaa keessa Oltiraaford keessa turuu akka barbaaduufi waan danda’e hunda akka godhu waadaa galee ture. Lammiin Portuchugaal fi taphataan kubbaa miilaan maqaa gaarii horate kun miidiyaa TalkTV irratti dhiyaachun aarii garaa isaa jiru bulgaafate. Continue reading
About Me
Hak Cipta 2008 – 2023 PT. Kompas Cyber Media ( Kompas Gramedia Digital Group ). Semua hak dilindungi undang-undang.
Tulisan Terakhir
- Erick Thohir Bertemu Presiden AFC, Didorong Pembenahan Total PSSI
- Erick Thohir Ingin Sejahterakan Wasit Jika Terpilih Jadi Ketum PSSI
- Arsenal FC vs Brentford FC: Nobartv Live Streaming & Prediksi Skor, Pekan ke-23 Premier League Inggris 2022/23
- Prediksi Skor Bayern Munchen vs Bochum Liga Jerman: Ajang Superioritas Die Roten di Kandang
- Ikuti Jakarta LavAni dan Jakarta STIN BIN, Jakarta Bhayangkara Presisi Kantongi Satu Tiket ke Final Four Proliga 2023